User talk:Badhasa Ahmed
Anas_ahmed_tube
[edit]Anas_ahmed_tube Badhasa Ahmed (talk) 02:29, 2 July 2022 (UTC)
Anas_ahmed_tube
[edit]Namoonni baay’een astiroonoomii yookaan qo’annaa waa’ee hawaa yeroo dhiyoo kan eegale itti fakkaata. Keessattuu bara Yuurii Gaagaarii (nama Lammii Sooviyet Raashiyaa kan ta’efi yeroo jalqabaatiif gara hawaa kan imale)fi Neeyil Armistiroong(nama Lammii Ameerikaa yeroo duraatiif addeessarra qubate) se’u. Garuu astiroonoomiin dhaloota Kiristoosiin dura kan qo’atamaa dhufedha. Yeroo durii qo’annaan hawaa kan irratti hundaa’e wantoota ija qullaan mul’achuu danda’an qofa irratti ture. Yeroo kanatti irra caalaa astiroonoomii yookaan qorannaa hawaa kan itti fayyadamaa turan waqtiileefi dhaha(calendar) beekuufi kan kana fakkaataniif ture. Uummata durii keessaa kan sirriitti waa’ee hawaa qorachuun beekaman kan akka Meesoppotaamiyaa, Giriikii, Indiyaa, Ijiptii, Maayaa, Peershiyaa, Chaayinaa akkasumas asi biyya keenya keessatti naannoo Booranaafi Gujitti baldhinnaan ittiin fayyadamu ture. Astiroonoomarri jalqabaa eenyu akka ta`ee fi biyya kamis akka ta`e beekuu haa dhabnuyyuu malee bara 3000 DH.K.D beekumsi Astiroonoomii biyyoota Awurooppaa tokko tokko keessatti akka guddachaa ture beekna. Bara 2000 DH.K.Dtti ammoo Chaayinaa keessatti manneen barnootaa Astiroonoomii akka turan ragaaleen ni agarsiisu. Badhasa Ahmed (talk) 02:36, 2 July 2022 (UTC)
Welcome
[edit]Hello, Badhasa Ahmed, and Welcome to Wikipedia!
Thank you for your contributions to this free encyclopedia. If you decide that you need help, check out Getting Help below, ask at the help desk, or place {{Help me}}
on your talk page and ask your question there. Please remember to sign your name on talk pages by clicking or by typing four tildes (~~~~); this will automatically produce your username and the date. Also, please do your best to always fill in the edit summary field. Below are some useful links to help you get started. Happy editing! Mleczekofficial (talk) 12:42, 2 July 2022 (UTC)
- Introduction
- Contributing to Wikipedia
- The five pillars of Wikipedia
- How to edit a page
- Intuitive guide to Wikipedia
- Frequently asked questions
- Cheatsheet
- Our help forum for new editors, the Teahouse
- The Help Desk, for more advanced questions
- Help pages
- Article Wizard – a Wizard to help you create articles